Jawar Mahaammad qaamni kamuu hidhannoo akka hiikkatu osoo hin taane dhukaasa akka dhaabu feena jedhe.
https://omnglobal.com/or/jawar-mahaammad-qaamni-kamuu-hidhannoo-akka-hiikkatu-osoo-hin-taane-dhukaasa-akka-dhaabu-feena-jedhe/
Jawar Mahaammad qaamni kamuu hidhannoo akka hiikkatu osoo hin taane dhukaasa akka dhaabu feena jedhe. Dura taa’aa itti aanaan KFO Jawar Mahaammad qaamni kamuu hidhannoo akka hiikkatu osoo hin taane, dhukaasa dhaabee marii haqa qabeessa akka geggeessuuf waamicha taasisaa jirra jedhe. Jawaar Mohammad kana kan jedhe Imala Galatoomaatiin marii dhalattoota Oromoo waliin Noorweey Oslootti maryate […]