HAGUUGDU FUULA UFFAATA MANA IRRAA HOJJAANE FAAYADAMMU

https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/adsbygoogle.js?client=ca-pub-1852690105340106

HAGUUGDU FUULA UFFAATA MANA IRRAA HOJJAANE FAAYADAMMU.

April 23 2020 by Ibsa Oromo

Haala salphaa tahen uuffata mana faayyadamne faffaaca’iinsa dhibee Koronaa haa too’annu.

EENYUU YAA FAAYADAMMU …??

Oggeesa fayyaa irraa kan hafe ykn nama namootta dhibee kanaan qabamaniif tajaajila latuu male hundu faayadamu danda’u.
https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/adsbygoogle.js?client=ca-pub-1852690105340106
How to Wear Clothes Face Covering https://www.nih.gov/health-information/coronavirus

IDDOO KAMIITI HAA FAAYADAMNU…??

Itti faayadamni uuffata fuula iddoo hawaasni itti waliiti qabamu;iddoo akka gaaba magalaa; biita fi gurguurta garagaara; geejiba hawaasa(Koonkoolata); Ciidha fi Awaalcha fi kkf keessati faayadamna. Iddoole oliiti eramaan kanaati namni qabamu isa hin beekin dhibiicha dadaabarsu danda’u.

NAMOOTA AKKAMIF UUFFATA KANA FAAYADAMUUN DHORKAMME…???

  • Daa’iiman umrii waaga 2 gadi
  • Namoota rakkoo hargaansu qaba
  • Namoota of hin beekne(Unconscious)
  • Nama ofiira basu hin dandeenye.

AKKAMIITI HAA GODHANU…???

How to Wear a Cloth Face Covering ??
*Cabaa fuunyani fi areeda(hidhii) gadi jalan gutuman uuffisu
*Gurraa guba basne haada ishiin gara duubati jabeessine hidhu
*Qiileensa gaha akkata arganuun tahu qaba.
*Uuffani faayadamnu isa miccaamu tahu qaba.

UUFFAATA FUULA HAGUUGNUUN KANA DEEDEBII’IN FAAYADAMU FI MIICCUUN DANDA’AMA …???

…EEYYEN. Akkata itti faayadamma keenya ilaalun yeroo yerootti dhiiqu qabna.

http://www.cdc.com

Madii- http://www.cdc.com fi http://www.nih.gov/coronavirus

https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/adsbygoogle.js?client=ca-pub-1852690105340106
Advertisement