_________________________________________________________________ Ilmaan oromoo damee lama(2)1- Boorana2-Bareentuu(1) Booranni Ilmaan 12 dhaleIsaanis1-Wallagga2-Callabba3-Goree4-Goofaa5-Sidaamoo6-Arii7-Dacee8-Garrii9-Guraa10-Giriirraa11-Naayroobii fi12-Gujii(2 )Bareentuun Ilmaan 5dhale1. Xummuungaa2-Murawwaa3-Karrayyuu4-Hunbanna5-Qal’ooXummuungaan Ilmaan 3 dhale1-Arsii2-Asoosaa3-HawaasaaMurawwaan 1 dhaleInnis:- Ituudha jedhamaItuun 10 dhale isaanis:–1-waatee2-Gaamo3-Baayee4-Galaan5-Addaayyo6-Baabbo7-Waaree8-Algaa9-Gaaddullaa10-ElelleeKarrayyuun BarentuuIlmaan 12 dhale1-Dullachaa2-Abbichuu3-Gonbichuu4-Sayyuu5-Oboo6-Oborii7-Jiillee8-Bullaalla9-Mucee10-Galaan11-Salaalee12-WalloHunbannaan Ilma 1 dhaleInnis:-Anniyya jedhamaAnniyya 7dhale1-Malkaa2-Baabboo3-Dinbii4-Baaduu (biduuu)5-muci6-Naannaa’a7-kudheedheeQallo 4 dhale1-Ala2-Daga3-Oborraa4-BaabbileAla 12 dhale1-Abbayi2-Nuunnu3-kaaku4-Buubbu5-Diiramu6-Abbaadho7-Goollo8-Eeri9-Utayyu10-Galaan11-Meettaa12-ArroojjiDaga 3 dhale1-Noolee2-Jaarsoo3-HuumeOborraan 3 dhale1-Akkichu2-bil’I3-DooraniiBaabbile 3 dhale1-Gantuub2-Hawiyyaa3-HawaasileeArsiin 2 dhale1-sikkoo2-mandooSikko 5 dhale1-Bullaalla2-Wucaale3-wooji4-Jaawwi5-IlaanniiMando 7 dhale1-Raayituu (Raa’idoo)2-Hawaxxuu3-Karaara4-karrayyuu5-Meettaa6-Arroojii7-GarjeedaAkkichuu Oborraa ilma 2dhale1-Dhaayi2-BiliidaaDhaayi 3 …
Continue reading "Hortee Oromoo"
Like this:
Like Loading...