Itoophiyaatti laabiraatooriin Fooreensikii DNA jalqabaa eebbifameera.
Laabiraatorichi Hospitaala Poolisii Itoophiyaa keessatti kan ijaarame yoo ta’u, har’a eebbifamee hojii jalqabeera. Ajajaa Olaanaan Komishinii Poolisii Federaalaa Komishinar Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel sirna eebba laabiraatoorichaarratti haasawaa taasisaniin, laabiraatoorichi biyya keessatti jalqabuun isaa dandeettii qorannoo Poolisii Itoophiyaa sadarkaa fooyya’aarra geessisuu kan dandeessisu ta’uu dubbataniiru.
<meta name="propeller" content="d5f8e9f157fa84ef1e21708d96a549d8">

<FOOREENSIK LAABORATOORII ITOOPHIYAA>
<meta name=”propeller” content=”d5f8e9f157fa84ef1e21708d96a549d8″>
</FOOREENSIK LAABORATOORII ITOOPHIYAA>
#EidMubarak #Hortee #IBSAOROMO #Kush Adsense Amazon Oromia Oromo Telegram Twitter WordPress
#EidMubarak #Hortee #IBSAOROMO #Kush Adsense Amazon Oromia Oromo Telegram Twitter WordPress
#EidMubarak #Hortee #IBSAOROMO #Kush Adsense Amazon Oromia Oromo Telegram Twitter WordPress
<meta name=”propeller” content=”d5f8e9f157fa84ef1e21708d96a549d8″>
Hojii qorannoof ogeeyyiin ga’umsa qaban guutamuu eeruun, sirna haqaarratti raga qabatamaa fi amanamaa dhiyeessuuf kan gargaaru ta’uu ibsaniiru.<meta name=”propeller” content=”d5f8e9f157fa84ef1e21708d96a549d8″>